Genesis 8:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga lafti jirtu, oobrachafi murachaani, qabanafi owi, bonaafi roobi, yokhaani halkanifi guyyaleeni deebite imbaddu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Haga lafti jirtu, facaasu'uu fi haamuu'u, oo'aa fi qabbanti bonaa ganninii fi halkanii fi guyyaan uduu addaan hin cinne jiraata» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Haga latti tun jirtutti facaasu'uu fi haamuun, qabbanaa fi o'i, bonaa fi ganni, guyya'aa fi halkan, hin dhaabbatanu» jedhe.