Genesis 8:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
bisaani laanuma haga bulti d'ibbafi shantama gadeebiani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaan suutuma suutaan lafa irraa dhidhachuu jalqabe guyyaa dhibbaa fi shantamaan maayessa bisaan lafa irraa guddisee dhidhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
bisaan laana laana gad dhidhatuu jalqabe. Guyyaa dhibbaa fi shantamaan duuba lafa irraa dhidhate.