Genesis 8:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba bisaani d'iqaachuma diqaatani, guyya qara ka jia kud'anneeso fiit'eeni gaareeni mumullatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bisaanillee haga ji'a kudhaneesso'oo dhidhata'aa deeme; ji'a kudhaneesso'oo guyyaa jalqabaatitti qacceen gaarranii mudhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bisaan haga ji'a kudhaneesso'oo dhidhataatuma deeme; ji'a kudhaneesso'oo keessa guyyaa qaraa, qacceen gaarotaa mudhatte.