Genesis 9:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Nuhufi ilmaani isaati eebise waan jed'eeni, Hora bula, daraara, lafa ira dabra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Noohii fi ijoollee isaa akkana jedhee eebbise, «Horaa'a, badhadhaa'a, lafa guutaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Nohii fi ilmaan isaa eebbisee, «Hora'aa, heddadha'a, lafa guuta'a!