Genesis 9:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle waan lubbu qaba, simpirre taanaani, looni taanaani, bineensa d'ibile taanaani, ka atini hobolo keesaa woliini baate ch'ufa wold'aqisa woliini tolfad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma uumama lubbuu qabu ka si woliin markaba keessaa bayan, allaattiiwwan, horii, busaawaa lafa irra jiru maraafuu waadaa gala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkasuma dada lubbuu qabu ka isin woliin jiru mara, sinbirroota mara, horii mara, bineensota mara, waan isin woliin hoboloo guddittii san keessaa bayane mara woliin gondooroo tiyya hin gondoora.