Genesis 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wold'aqisi anini si woliini tolfad'u kana: armaa achi waan lubbu qaba tokole iti deebiani bisaanini lafa iraa inhobaasani; ammalle lolaani deebie fach'ae lafa imballeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma waadaa isinii gale ammaa achi uumamni lubbuu qabu maruu deebi'ee bisaan badi'iitiin hin badu; bisaan badi'ii deebi'ee lafa hin balleessu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ijjumaa dada lubbuu qabu bisaan badi'iitiin lafa irraa deebi'ee akka hin balleessineef, bisaan badi'ii ijjumaa deebi'ee lafa akka hin balleessine, ani isin woliin gondooroo tiyya hin gondoora.

Recommended Reading