Genesis 9:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wold'ageeti anini sifi waan lubbu qaba woliini tolfad'e inqaabad'a; duuba fach'ai bisaani ituma deebie waan lubbu qaba imballeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaa anaa fi isin jiddu'uu, foon uffataa lubbuu qabu maraa waan yaadadhuuf ammaa achi waan lubbuu qabu maraa bisaan badi'iitiin hin balleessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani gondooroo tiyya ta isinii fi dada lubbuu qabu mara woliin gondoore hin qaabadha; bisaan badi'ii dada lubbuu qabu mara deebi'ee ijjumaa hin balleessu.