Genesis 9:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini ule tiyya ta dumansa keesa mullattu argu, anini wold'aqisa jiru jireenna ka sifi waan lubbu qaba ch'ufa woliini tolfad'u qaabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa funyaan karaabaa duumessa keessatti mudhatu maraa waadaa kiyya ka bara baraa ka anaa fi foon uffataa lubbuu qabu maraa jidduu jiru hin yaadadha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa hiituun duumensa keessaan mudhattu, ani isii ilaalee, gondooroo haga bara baraa ta anaa fi dada lubbuu qabu ka lafa irra jiru mara oddu'utti gondoore hin qaabadha» jedhe.