Genesis 9:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sunini akheekha anini sifi waan lubbu qaba ch'ufa woliini tolfad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Noohiin «Malkanni waadaa kiyyaa ka anaa fi uumama lubbuu qabu maraa jidduu jiru ka ani yaadadhu kana» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Nohiin, «Beessisi gondooro'oo ka ani ifii fi dada lubbuu qabu ka lafa irra jiru mara oddu'utti gondoore hiituu tana» jedhe.