Genesis 9:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bineensi ch'uftinu, simpirre taanaani, qurt'umi taanaani, bineensa garaani lafa ira lohu taanaani ch'ufti harka kanke ke jira, si sodaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Busaawaan lafaa, allaattiin Samii irra bararu, wonti gara'aan lafa irra looyu, ka munyuuquu fi qurxummiin galaana keessaa maruu hirphaa fi gaachena keessan sodaata'aa isin jalatti haa bulanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bineensoti lafa irraa marti, sinbirrooti marti, bineensoti lafa irra lowanu marti, qurxummiin abbaaya'aa marti, isin sodaatanee bararaqanuu ti; isaan harka keessanitti kennamaneeran.