Genesis 9:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Hamuuni, ka abba Kanaani, aka abbaani qulla waaro isaa keesa ch'iisu arge jennaani gabahe, d'aqe oboleyaani isaa taani lamaaniti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kaam abbaan Kana'aanii abbaan isaa qullaa akka ta'e argee diida bayee ilmaan haadhaa ufii lamaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan Kana'aanii, Kaam, abbaa ifii qullaa jiruun dhaggee, alatti obboleeyyan ifii lamatti hime.