Genesis 9:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nuhuuni machiini iraa galte jennaani waan gurbaani isaa maand'ichi isa tolche beekhe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Noohi haga machiin irraa bade waan ilmi isaa ka maandha'aa godhe beekee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nohi machii yennaa bayyanate, waan ilmi isaa maandhichi isa irratti godhe beekee,