Genesis 9:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e: Kanaani ha abaaramu! Ha tisse oboleyaani isaa tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kana'aan abaaramaa haa ta'u! garbicha garboota ilmaan haadhaa haa ta'uu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kana'aan ka abaarame te'uu ti; garbicha garboota obboleeyyan ifii te'uu ti» jedhe.