Genesis 9:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni waan jed'e, AABBO Waaqi ha worra Shemu eebisu; Kanaaniini ha tisse Shemu tahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee akkana jedhe galanni Rabbii Waaqa Seemi'iitiif haa ta'u! Kana'aan garbicha Seemii haa ta'u!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nohi ammalle, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Seemii, leellifamuu ti; Kana'aan garbicha Seemii te'uu ti.