Genesis 9:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Nuhu, gaafa inni due, d'ibba sagalifi shantama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Noohi woggaa dhibba sagalii fi shantama jiraatee du'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni wolumatti woggaa dhibba sagalii fi shantama le'ee, achiin duuba du'e.