Genesis 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan lubbu qaba ch'ufa, mukhaafi bineensale, ya sii kenne, aka isiini sagale sii taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti sosocho'u ka lubbuu qabu maruu nyaata keessan haa ta'anii; isaan maraa akka biqila laliseetitti isinii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni jiraatee tacho'u martinuu sagalee isiniif te'anuu ti. Akkuma duri biqiltuu magariisa akka sagalee isiniif te'anu kenne, amma waan kana mara sagalee akka isiniif te'anu kenneera.