Genesis 9:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fooni d'iigi keesaa imbahini inyaatina, wonti akanatiifi jireenni d'iiga ke jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan lubbuun dhiiga keessa jiraattuuf foon dhiiga qabu hin nyaatinaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo jiruun dhiiga keessa waan jirtuuf, foon dhiigi keessa jiru ammalle hin nyaatina'a.