Genesis 9:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka d'iiga namaa buuse, namati d'iiga buusa; wonti akanatiifi Waaqi fakeenna ufii gula nama mid'aase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waan bifa Rabbiitiin uumameef nama dhiiga namaa jissu dhiiga isaatitu jiga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Waaqi akka bifa tiyyaatitti, nama waan dadeef, nami dhiiga namaa dhangalaasu dhiigi isaa harka namaatiin hin dhangalaafama.