Habakkuk 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri aka bubbe yoosu dira suni ira bubbise dabra. Worri suni irree ufii aka waaqa herega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa isaan akka qilleensaa haranii deeman; namoonni hunna ufii akka Waaqa ufiititti laalan kunniin yakkamtoota.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri yakkaameyyiin ka hunna ifii waaqota ifii godhatanu, akka qilleensaa haxowamanee taran» jedhe.