Habakkuk 1:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, atini Waaqa jiru, haguma duriti atini Waaqa kiyya, qulqullo, ka jiru jireenna. Ee AABBO, Waaqa kiyyafi jabeenna kiyya, atini gosa Kaldayo fohatte jabeesite, aka worri nu gaargalchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Waaqa kiyya! ati woyyuu dur irraa jirtu; ati waan nu eedduuf hin duunu; ati isaan akka murtii kee raawwatan keetteerta; Ati akka dhagaa qarsa'aa keenna! akka isaan nu adaban baallii isaanii kenniteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Mootii Waan Maraa, ati Waaqa woyyicha ka durii jalqaddee jirtu; ati ijjumaa hin duutu. Worri Baabilonii muraa teeti hujii irra akka oolchanuuf ramadde; ati rassaan keenna, akka isaan nu adabanuuf baallii isaaniif kennite.