Habakkuk 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini akami aka qurt'umi yokhaani aka tuuta tiite, ta jaarsa worra qajeelchu inqamne, nama tolchita?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti namoota akka qurxummii galaanaatii fi uumama gara'aan lafa irra looyan ka galaana keessaa ka isaan bulchu hin qabnee isaan gootuuf maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati kolbaa akka qurxummii abbaayaa keessaatii fi akka dada abbaayaa keessaa ta sooressa malee munyuuxxuu gooteerta.