Habakkuk 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Kaldayo, akuma qurt'umi hookooni qabani, nama qabe t'ururaani hirkise gammadaani galfata!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma qurxummiin hookkoo sibiilaatiin qabamu akkasuma diinni isaan maraa qaba; akka qurxummii siibo'oon harkifamuutitti isaan harkisanii hulee wolitti qabanitti isaan tuulan; waan kana godheef gammadee utaala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Baabilonii akka qurxummii malxaqqo'oon qabanuu isaan qaban; caccoo ifiitille'een isaan harkisanee, waan itti kuufatanu keessatti wolitti qabatan. Caccoo ifii keessatti isaan waan qabataneef gammadanee ilillisan.