Habakkuk 1:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini haga yoomi, ka atini na jalaa inqamne yokhaani ka atini gaargala had'iisa keesaa nu imbaamne si yaamachu male?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! guyyaan ati akka nu gargaartuu fi miidhaa nu irra gayeef sitti himata'aa gara kee iyyannu dhageettee nu oolchitu yoomi?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee, Mootii Waan Maraa! Qarqaarsa keeti gaafatiisaa fi marroo worra hunnaan nu bulchuu yoo sitti iyyadhu, ka nuu dhageettuu fi nu fayyittu yoom ree?