Habakkuk 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maafi gaargala akana kana na agarsiifta? Atini akami gaargala akana kana ka agartu obsita? Badifi had'iisi ya na marse, ammalle nami ya fulla ch'ufati wold'abe harkaani wolgahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati maaf miidhaa ta'a'aaru kana maraa akka argu na taasifte? atillee hennaa miidhaan kun maruu ta'u arga'aa attamitti cadhiftee laalta? ani badi'ii fi dhibuu arga'aara; lollinii fi wol mormiin hin ka'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maaf rakkoo akkasii akka dhaggu na goote? Dabi yennaa hujamu attam cadhittee ilaalta? Badi'ii fi hunnaan nama bulchanuun dhagga; wol dhabaa fi moromaan hin jiran.