Habakkuk 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan gumi ufiitini jed'e, Gosa isani marsite d'aatu teesani jirtu tana aka dansaa laala, duuba waan worri tahu mamtani maadefattani. Anini waan isani ato d'ageetanile ind'ugeefanne tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi banii ufiitiin akkana jedhe, «Isin banii naannaya keessan jiru mee laalaa'a; waan argitan maraa guddisa'aa maalalaa'a; ani waan maalale'ee ka namni kamuu isinitti himee amanuu hin dandeenne bara keessanitti godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa kolbaa ifiitiin, «Gosa biyya adda addaa ta adaala keessanii ilaala'a; waan dhaggitanu maratti maadeffadha'a; eennulle adoo isinitti himelle'ee, waan isin dhugeeffatuu hin dandeenne bara keessan keessatti ani hin huja.