Habakkuk 1:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Kaldayo, gosa jajanna hamamtu irre keennaafi. Worri kunini lafa ch'ufa keesa deeme lafa ta worraa intahiini dabsate irreeni fud'ata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani worra Baabiloonii gar jabeeyyi'ii fi worra jarjaru san isinitti kaasa; isaan biyya ka isaanii hin taane hunna ufiitiin qabachu'uuf biyya maraa keessa naannayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani worra Baabilonii gadhi-jabeeyyi'ii fi ariifataa, ka lafa worra dhibi'ii qabatiisaaf lafa duudii keessa yaa'anu hin kaasa.