Habakkuk 1:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri nama naasise mudamsiisa, ammalle kiyyibe mata ufiiti yae aada ufii koba baafata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan worra nama sodaachisanii fi nama naasisan; seera ulfinna ufii ittiin eeggatan baafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra nama sodaachisuu fi rifachiisu; isaan ulfinna ifiitiif ifumaaf seera baafatan.