Habakkuk 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fardooleeni worraa qeeramsale ira orite, yai beela qabdule ira nama sodaachifti. Teetuuni worraa ta farda ch'ufti lafa fagooti d'ufti. Fardi worraa ya lola kurfae, duuba akuma risaani waan nyaatu lafaa buttu, worrileeni wo butta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faradoon isaanii qeerransa caalaa fiigan, jeedala halkanii caalaa nama sodaachisan; worri farda yaabbatan gulufa'aa fago'oo dhufan butanii nyaachu'uuf akka allaattii bajja jedhamuu caalaa bararan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Fardoon isaanii qeeransa caalaa ariifatti; yayyii galgalaa caalaalle hin sodaachitti. Abbootiin fardo'oo ta isaanii, akka risaa waan nyaatu butatiisaaf irii gad xinniquu, fagoo irraa gulufaa hin dhufan.