Habakkuk 2:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini doofi tiyya kore waan AABBO Waaqi, Biyyati himi naani jed'u, yokhaani aka inni quufa d'aba anini iti himad'e kaani qonqo isaa na deebisu iraa eegad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hulee kiyya ka itti eeggadhu irra dhaabadha; qaccee goom'ee dhaga'aa kiyya irra dhaabadha; Rabbi maal akka naan jedhu, gaafii kiyyaafillee maal akka naa deebisu eeggadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani xelleephoo tiyya irra hin dhaabbadha; dalleya qacha'aa ka dhaka'aa irralle'etti addee hin qabadha'a; waan Mootiin Waan Maraa naan jedhu, iyyata kiyyaaf deebii inni naa kennu hin eegadha.