Habakkuk 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akhaye mana keesanileeni waan isani taatani iraa boote, mukhi isaaleeni boha suni jalaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf dhagaan manaan ijaaran dhaaba manaa keessaa iyya; akkasuma utubaawwan mukaa laagama kana uf keessaa dhageessisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf dhakaan dalleyaa dalleya irraa si'itti hin iyya; utubooti manaalle jalaa hin qaban.