Habakkuk 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani! Isani ka d'iiga namaa jissitani akasiini ijaarsa dira yayabdani, ch'ubbuuni dira suni jaartani hobaaftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri nama ajjeesa'aa qachaa ijaartan yakka hojjata'aa qachaa guddaa ijaartaniif hobbaas!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nama dhiiga namaa dhangalaasiisaan qachaa ijaarrattu, yakkaalle'een qachaa guddicha ijaarrattu si'iif aanne'e!