Habakkuk 2:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti isani dabsattani huji woma imbaane hojatte ufi dad'absiifte, ammo waan worri hojate jaare ch'ufa ingubani. Hujiini tunini ch'ufti huji AABBO Waaqi Guddaani tolcheniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti namoonni hojjatan akka gubatu; waan mootonni itti dadhaban akka bu'aa hin qabne ka taasisu Waaqa banii maraatii mitii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan mara ajaju, wonni nami hujatu ibiddaaf, wonni gosi biyya adda addaa itti eloottu waan bu'aa hin qanneef akka te'u hin goonee ree?