Habakkuk 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani! Dallansu teesaniini olla keesani ch'eersitani foko d'owartani; aka nama farso d'uge daaqu worra tolchitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati namni goshoo kee qaama isaa ka saalaa argu'uuf waan nama macheessu obaaftee waan hamaa isa irratti raawwattu si hobbaas!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nama nafa namaa qullaa ilaaliisaaf jettee, mufii teeti akka daadhii woyni'ii jaddu'uu isaaf kennitee, haga inni machowutti ka isa obaattu siif aanne'e!