Habakkuk 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti harkaani mid'aasani kad'atani kunini maani namaa baati? Isiini ufiiftu akheekhuma, ka nami harkaani mid'aase; d'ara male huji d'ibi inqabdu. Wonti dansaani isiini abba mid'aase d'ugeefatu sunile tolchitu maani? — ka ufiiftu dandeete indubbanne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma bu'ammaan waaqolee tolfama'aa maali'i? inni bee waan harka namaatiin bocamee hojjatamee; isa bira sobaa achi wonti biraa hin argamu; Eeganaa nama isa bocee hojjatee waaqa tolfamaa womaa dubbatuu hin dandeenne kana hedachuun maal isa fayyade?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Bu'aan waaqa dharaa maan? Inni waan harka namaatiin bocomee hujame; dhara malee wo isa irraa hin dhaggamu; nami isa bocee huje waaqa dharaa ka woy hin dubbannetti addatiis isaa bu'aa maan qaba ree?