Habakkuk 2:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani! Isani ka mukhaani, Kai jettani, yokhaani d'akhaani, Oleji jettani! Ehayi, wonti akana kunini dandeete woi isaniti imulliifti? Ato qarsifi worqi fuud'ani nafa isaa ch'ufaani duuchanile, isiini lubbu inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati ka waan muka irraa bocamee hojjatameen ‹Dammaqi› waan dhagaa irraa bocamee hojjatameen ‹ka'i!› jettuu si hobbaas! dhugamaan amma waandhi tolfamaan waan dhossa'aa sii ibsuu danda'aa? waaqa tolfamaan birri'ii fi worqii itti maxxansanii hojjataniiran; inni garuu sirima hafuura jireennaa hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan muka irraa bocamee hujameen, ‹Dammaqi!› yookiin dhakaa lubbuu hin qanneen, ‹Ka'i!› ka jettu siif aanne'e! Inni si barsiisuu dande'aa? Kunoo, waaqi dharaa worqi'ii fi meeti'iin gonfameera; hafuuralle hin qabu.