Habakkuk 2:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Mana ufii qulqullo keesa jira: nami lafa keesa jiru ch'ufti ha isa durati ch'allisuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo hulee woyyuu ufii ka woyyoome irra jira; kanaafuu baniin adunyaa irra jiran maruu isa afo'otti haa cadhisanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa ammoo Galma woyyicha ifii keessa jira; latti duudiin fuula isaa duratti cadhittuu ti» hin jedhan.