Habakkuk 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba dubbini tana: Ch'ubbichi inhafu, ammo nami d'uga maro d'ugefacha isaatiifi injiraata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati mee worra uf jajan laali; yaanni isaanii qajeela'aa miti; namoonni qajeelaan ammo amanti'iin jiraatan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra kooru ilaala'a; yaadi isaanii qajeela'aa moti; balchooleen ammoo dhugeeffannaa ifiitiin le'an.