Habakkuk 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duroomi nama soba; nami sabdichileeni kiyyiba, fulla toko intau — akuma booliti duisaa woma inquumne, innileeni woma inquufu. Tanaafi inni gosa ch'ufa dabsate waan worraa ch'ufa saama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugama qabeenni nama soba; namni uf jaju sirima hara hin baafatan; inni hin quufu akka awwaalaati; akka du'aallee nagaye waan hin jenneef mootota maraa ufitti fudhata; baniillee hin booji'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan karri nama soddi; nami kooru foora hin qabu; akka boolla awwaalaa joljola'a; akka du'aa ijjumaa hin quufu; inni gosa biyya adda addaa mara ifiif wolitti qabata; kolbaa maralle hin booji'a.