Habakkuk 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dabsatani suni worra worra dabsatu goyeese tuffate waan jed'u, Isani waan waan keesani intahiini fud'attani, ammo imbaddani! Haga yoomi nama gati teesani qabu irreeni iraa wo fud'attani duroomtani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maruu namoota akkanaa kanniin irratti worra mammaaka'aa itti balda'aa, «Ati ka waan kee hin taane guurattu si hobbaasi! haga meeshaa akka qabdi'iititti fudhataniin uf duroomsitu haga yoomiiti?» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami duudiin nama akkasii kanatti kollaa itti murgaa, «Ka waan keeti hin te'in tuulattu, meya hunnaan fudhatteen haga yoomii ifi duroonsita?