Habakkuk 2:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nama gosa heddu saamtani, ammo worri nami hafe isani saama; wonti akanatiifi isani nama ijeeftani ammalle nama lafa keesa jirufi dira worrale haatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin qabeenna banii hedduu waan saamtaniif worri isaan irraa hafan qabeenna keessan saaman; isaan wonti waan kana godhaniif waan isin namoota ajjeeftanii, biyyattii, qachootaa fi worra isaan keessa jiraatan balleessitaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati kolbaa gosa biyya adda addaa saantee, dhiiga kolbaa heddu'uu dhangalaattee, qachootaa fi waan isaan keessa jiru duudiille waan balleessiteef, worri hafe si hin saama.