Habakkuk 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani! Isani ka woi nama iraa saamtani waan suniini worra keesani duroomsitani; isani mana keesani mukha gubbati aka simpirre jaarattani, aka gaargalafi yokhaani nyaapi isani ind'aqamne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama akka miidhaan isa irra hin geenneef hulee jireenna ufii hulee ol ka'u irratti ijaaratuu fi nama galii seera male'eetiin mana ijaaratuu hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nama bu'aa haqa hin te'iniin mana keeti ijaarrattee, balaa jalaa bayiisaaf addee ol jettetti mana ka hujattu si'iif aanne'e!