Habakkuk 3:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni si arginaani hollate; bisaani gubbaa gabaafatani. Bisaani lafa jalaleeni mandiani, d'awaani isaani guddatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaarran si arganii sodaatanii hollatan; lolaan roobaa lafa haree lufe; galaanni laagaa guddaa dhageessise; dambaliin guddisee ol ka'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaaroti si dhagganee hollatane; lolaan roobaa lafa haxowaa tare. Bisaan abbaaya'aa shookkisee, danbaliin isi'iille ol kaate.