Habakkuk 3:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini gumi tantetiifi hayyu atini muudde fohatte baasu d'at'e. Atini nama worra ch'ubbuti mataa lafaani d'oofte, nama isa gula yau ch'ufa balleesite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati banii kee oolchu'uuf mootii muuddee moosifte hambisu'uuf baate; bulchaa biyya badi'ii hin tumte; worra isa faanaa deemanillee balleessitee qullaa isa hambifte; miilaa haga mata'aa qullaa isa hambifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati kolbaa teeti fayyisiisaaf, ka muudame sanille fayyisiisaaf baate. Sooressa worra hamoole'ee butuchitee, hordofattoota isaalle balleessitee, mata'aa haga miilaatitti qullaa isa hamburte.