Habakkuk 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini t'iya teetiini gudda worra duulaa woraante, hojja worri aka bubbe nu balleesu d'ufe, aka nama hiyyeeyi d'ossaani dabse gammadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaa loltootaa ka akka qilleensa bubbe'ee nu bittinneessu'uuf dhufe eboma isaatiin isa woraante; inni akkuma bineensa busaawaa dadhabaa cicciru'uuf kajeeluu hiyyeeyyii dhokatan miidhu'uuf qophaayee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka hobonbolatti'ii nu bittinneessiisaaf ka dhufe, Yennaa loltooti isaa akka hobonbolatti'ii nu bittinneessiisaaf, hiyyeeyyii dhokataneeranu fixanee itti gammadiisaaf dhufane; ati woraanuma isaatiin sooressa isaanii woraante.