Habakkuk 3:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi irre tiyya. Inni aka hiddi miila na qajeelche, gufachu na d'owe, gaara gubba na tissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan hunna kiyya; luka kiyya akka luka borofaatitti naa jabeessa; gaarran irrallee akka deemu na taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi hunna tiyya. Inni miila kiyya akka miila gadansaa hin jabeessa; gaara irralle akka deemu na hin godha. Sooressitoota faarsitootaatiif: Meya ribu'uutiin ta faarfatantu.