Habakkuk 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka ifsa guyyae d'ufa; harka isaa keesa ifsaani biliqa, achi fulla irreeni isaa iti d'ofamtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifti isaa akka ifa adu'uuti; hunna ufii yoo dhosse harka isaa keessaa ifa biiftuu ganamaatitu baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi ulfinna isaa akka ifa adu'uu ti; harka isaa ka hunni isaa keessa dhokatteertu keessaa balaqqeessi hin baya.