Haggai 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Zerubabeli, ilma Shealtieli, ka lafa Yuda fidufi Yoshua, ilma Yehosadaki, ka qaallu guddatifi ammalle gumi taani ch'ufa garaa jabeese, duuba worri guyya diddami afreeso, ka jia jaeeso, wolti d'ufe, Mana AABBO Waaqa Gudda, Waaqa worra, jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi ayyaana bulchaa Yihuuda'aa Zarubaabelii ilma Salaatiyaalii, Iyyaasuu gadicha bulchaa gadootaa ilma Iyyooseedeeqiitii fi namoota hulee baqatanii dacha'an maraa kakkaase; isaan mana woyyumma'aa ka Rabbii Gooftaa banii maraa Waaqa isaanii ijaaruu jalqaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa ayyaana ilma She'altii'elii Zarubaabelii bulchaa Yihuda'aatii fi ayyaana ilma Yozaadaaqii Iyaasuu hayyicha gudda'aa, akkasuma ayyaana kolbaa boojuu irraa deebite duudi'ii kakkaase. Isaanille Galma Waaqa ifii, ka Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara dadee ijaariisa jalqabane.