Haggai 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaareeni kora, mukha ch'ira, Mana kiyya jaara; duuba anini gammade guddinna kiyyaani mullad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma isin gara tullootaa ol baya'aa muka mura'aa fida'aatii mana woyyumma'aa deebisa'aatii ijaara'aa haarawoomsaa'a; anillee isatti gammaddee itti na galatoonfatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma gara koobotaa ol baya'a; muka mura'aatii fida'a; Galma kiyya deebisa'aatii ijaara'a; anille itti hin gammada, ittille hin galateeffama.