Haggai 2:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Hagaiini waan jed'e, AABBO Waaqi waan jed'u, Worra lafa tanatiifi waan worri lafa keesaa argatuufi ammalle wonti worri sorio baasuleeni akuma kana t'uroofti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hageen akkana jedhe, «Baniin kun maruu akkasuma; kanaafuu hujiin isaaniitii fi kennaan isaan dhiyeessan ka battaayeeru» jedha Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Haageen, «Kolbaan tun duudiin akkuma san; tanaaf hujii isaan hujjanuu fi wonni isaan addee ciinca'aa irratti dhiyeessanu ka battowe; tana Mootii Waan Maraatitti dubbate» jedhe.