Haggai 2:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Isani waan isani qabate kana ingartani? Ato isani qara Mana Waaqaa jaaru jala inqabatini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isin maaltu akka isin irra gaye hin qaabattanii? isin Mana Woyyumma'aa deebiftanii uduu ijaaruu hin jalqabneen dura;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Waan isin irratti te'e hin hubattanuu? Galma Waaqaa deebittanee ijaariisa adoo hin jalqabin dura,